WE ARE A GREAT NATION AND WE DESERVE A GREAT MEDIA!@Abdii_Sabaa💬CONTACT US💬@Abdii_SabaaSupport🎯FOR EDUCATION@abdii_sabaa_university🎯FOR DISCUSSION@Abdii_Sabaa Group
This channel is part of the discussion
ABDII SABAA UNIVERSITY appears in 10 event pages on TGListABDII SABAA UNIVERSITY pinned Deleted message
#BBO Barattoota mana barumsa bultii addaa fi mana barumsa addaa kutaa 9ffaa seenuuf fedhii qabdan hundaaf: BBO- 03/12/2018 Akaakuu Barnootaafi Qabxii Madaallii Qormaata Seensa Kutaa 9ffaa MBBAfi MBA ilaallata. Akaakuu qormaatni seensaa Kutaa 9ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa…
#AksumUniversity Yuunivarsiitiin Aksum barattoota waggaa lammaffaa barnoota yaalaaf (Medicine)'f akka beeksisa baasetti, barnoota idilee keessan kan bara barnootaa 2019 Kibxata, haagayyya 05, 2018 A.L.I. irraa eegaltan jechuun ibsa baase. Kanaafuu, Wiixata, Hagayya 04, 2018…
#EthiopianAirlines ✈️ Daandiin Qilleensa Itoophiyaa (Ethiopian Airlines) namoota ulaagaa guutan Trainee Cabin Crew (Hojjetaa Tajaajila Imaltootaa Xiyyaaraa Leenjifamaa) ta’anii dorgomsiisee hojjachiisuu barbaada. ➤ Maqaa hojii: ET SPONSORED Trainee Cabin Crew ➤ Sadarkaa…
Qormaatni Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa kutaa 6ffaa ifa ta'ee jira. Qabxiin darbiinsaa qormaata kutaa 6ffaa naannichaa: Barattoota idileef %50 fi isaa ol barattoota qaama miidhamtootaaf %45 fi isaa ol ta'uu isaa itti gaafatamaan biiroo barnoota naannichaa Obbo Anteneh'n…
Guyyaan Filannoo Iddoo qormaata itti fudhattan har'a xumurama ! Qormaanni Madaallii Gahumsa ogummaa Eebbifamtoota Ogeeyyii Fayyaa kan Hagayya 13–15, 2018 A.L.I. kennamuuf, yeroon buufata filannoo qormaataa taasisuuf kenname har'a, Adoolessa 30, 2018 A.L.I. ni xumurama.…